Appii qormaataa fi leenjii konkolaachisummaa Afaan Oromoon
qophessuuf kan nakakaase rakkoo balaa tiraafikaa heddummataa dhufee
lubbuu namaa ballessuufi hanqinaa mootummaan hordoffii leenjii
konkolaachisummaa irraattii qabuu xiqqachuu isaatii.Akkasumaas
appiin Afaan Oromoon qopha'ee hangaa yoonattii dhabbilee dhaaniis
haata'uu mootummadhaan dagatamuu isaanitii. Hangaan dhalataa biyyaa
kana ta'ettii rakkoolee hawaasaa furuun dhirqamaa koo waan ta'eef
appii kana keessatti gafilee fillanno dhugaa fi soba akkassumas
mallattoolee daandii irraa walittii qabataan kitaaboota heddu
dubbisuun kaan ammoo afaan amaaraa irraa hiikuun itti galcheera
gara fulduraattis gaffillee ittii dabalaa deemun koo hin haafu.
Innii guddaan ammoo leenjii yaalii jalqabaa vidiyoo yutiiyubii
irraa kanan ittii galchee yeroo tahuu konkolaachistoota hundaaf
bayyee gargaara dha. Dhummaa irrattis ogummaa konkolaachisummaa
akkasumaas konkolaataan akkammitti dalagaa kan jedhuu vidiyoo
youtiyubii ittii galcheen jiraa. Rakkooleen qubee yoo jiraatani
gaffifii deebii irraatti deebiin dogongoraa yoo jiraatees anii nama
tokko emeelii kiyyaan [email protected] na-qunnamaa galatoomaa.
Show More >
Qormaataa fi Leenjii Konkolaachisummaa
Loading...
